Sh. Abdurahmaan Dawaa

Sh. Abdurahmaan Dawaa Mana yaala Aadaa Sh. Abdurahmaan Dawaa

📍 Magaalaa Adaamaa, Booleetti argamna.
📞 lakkoofsi bilbilaa:
+251915764462
+251953397306

30/08/2026

Obboleessa khee rakkoo isaa waliin qooddadhu!!!

26/08/2026

Dadhabbii ofirratti hin murteessin !!!

24/08/2026

Doktoorri aalamaa Nabiyyiin Allaahaa dhaamsa fayyaa keenyaa itti eeggannu nuuf dhaaman

22/08/2026

Aaaaah way garuma kanaatu na bokoka nyaatuma narraa dalaguu dide maali furmaanni isaa?

19/08/2026

Yaa ilmaan kiyya wal qusadhaa👋

Ergaa jabduu Sheikh Abdurahmaan Dawaa irraa.

Faayidaan muuzaa maali?🍌Muuzni nyaata coolleedha (vitamin A fi B if keessaa qaba.1.Qoma nama laaffisa2.Qilleensa namarra...
12/08/2026

Faayidaan muuzaa maali?🍌
Muuzni nyaata coolleedha (vitamin A fi B if keessaa qaba.

1.Qoma nama laaffisa
2.Qilleensa namarraa baasa
3.Dhukkuba sombaa ni fayyisa
4.Fedhii ni dabala
4.Dhalcha (s***m) ni dabala
5.Madaa kalee ni fayyisa
6.Madaa hoffaa keessaa ni fayyisa.

Odeeffannoo dabalataatiif teessoon teenya:- Adaamaa,boolee.
Lakkoofsa bilbilaa :- 0915764462/0921902580

Fayyaan faaya!!!

11/08/2026

Faayidaa Zanjabiil🥐
1.Nyaanni akka nurraa bullaawu/Daakamuuf
2.Baakteeriya marrimaan keenya keessaa qulqulleessa
3. Qabbana qaama keenyarraa baasa
4.coomaa/cholestrol namarraa beeysa
5. Qaama namaatiif mirqaana kanna.

yaala Aadaa Sheikh Abdurahmaan dawaa
Teessoon:- Magaalaa Adaamaa,Boolee,Waajjira dhaddacha aaraa fuula dura.

Lakkoofsa bilbilaa:- 0915764462/0921902580

Fayyaan faaya!!!!!

09/08/2026

Sababaalee gurguddoo dadhabina fidan

Yaala aadaa sheikh abdurahman dawaa
Teessoon:- Magaalaa adaamaa,boolee,waajjira dhaddacha araaraa fuula dura.
Lakkofsa bilbilaa :- 0915764462/0921902580

07/08/2026

"Muslima rakkoon feete isa qunnamtee sababaa rakkoo saniitiif rabbiin dilii isaa isaaf irra dabru malee waan taane" ja'an rasuulli keenya sallallaahu aleyhi wasslam🤍

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sh. Abdurahmaan Dawaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share