08/11/2026
Gorsa Namoota Dhukkuba sukkaraafi Dhiibbaa dhiigaa qabaniif
*************
โ
Abbaa keenya kan waggaa 40 oliif kalee takka,Dhukkuba sukkaaraafi dhiibbaa dhiigaa qabu garuu of eeggannoon jiraachaa tureefi jiraachaa jiru kana irraa baradhaa warri qoostan.
โ
Haalli hordoffii yaalaa,nyaataa,sochii qaamaafi kkf yeroo siif himu inninuu ogeessa nama jechisiisa.
โ
Warri hordoffii adda murtanii ija,kalee,onnee teessanfi kkf balaa irra buusaa jirtaniif kun gorsa guddaadha!
Aabboo Keenya Umrii dheeradhu lubbuu abbaatu eeggataa!!!