06/08/2026
Oduu Gammachiisaa
Biiroon Fayyaa Oromiyaa Dhaabbata “Project Harar” Waliin Ta’uun Hospitaala Yuuniversitii Wallaggaatti Marsaa 2ffaaf Daa'imman Godinaalee Buunnoo Beddellee, Wallaggaa Arfanii fi Shawaa Lixaa Mudoo Dhalootaa Baqaqa Hidhii fi Laagaa Qabaniif Hagayya 8 – 10/2018tti Tajaajila Yaala Bilisaa Kennuuf Qophiirra Waan Jiruuf Carraa Kanatti Akka Fayyadamtan Isin Beeksifna.
Hubachiisa: Baasii Nama Tokkoo fi Daa'ima Yaalaaf Dhufuu Kan Geejjiba Dhaqaa fi Galaa Dhaabbata “Project Harar” Kan Danda'u Ta’a.
Odeeffannoo Dabalataaf 0917794735 Obbo Bushuraa Nugusaa
Akkasumas Sarara Bilbila Tolaa 6955 irratti Bilbilaa